header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Sa’udiin Misaa’ela Finciltoonni Huusii Yaman irraa gara Riyaaditti dhukaasan qolachuu beeksisfte

Sa’udiin Misa’eela Finciltoonni Huusii guyyaa har’aa Yaman irraa gara magaalaa Riyaaditti dhukaasan, qilleensa irratti kan qolatte ta’uu ejensiin Odeeyfannoo biyyattii gabaase. Finciltoonni Hussii gama isaaniitiin Masara Malik Salman Yamamah jedhamu irrattii Xiyyeeffachuun, Misaa’ela gara magaalaa Riyaaditti dhukaasuu mirkaneessan.

Guyyaa hardhaa Mootummaan Sa’udii Bajata biyyaattii beeksisuudhaaf Masaraa Yamamah keessatti walgahii jalqbuuf qophii irraa yeroo turanitti, dhoohinsi cimaan gan dhagahame tahuu AFP’n gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button