header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen biyya biroo hajjii bara kanaa irratti kan hin hirmaanne tahuu labsite

Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, Sirna hajjii bara 1442 lammiilee Sa’uudii fi namoota biyyattii keessa jiraatan qofaaf kan hayyamame tahuu beeksise.

Lakkoofsi namoota Sirna hajjii bara kanaa irratti hirmaatanis Kuma 60 qofa akka ta’uufi akkasumas namoonni hajjii godhuuf jiran hundinuu warra talaallii Covid-19 fudhatan qofa akka tahan ibsame.

Weerara Covid 19 walqabatee bara dabres namoonni muraasni Sa’uudii keessa jiraatan qofti hajjii godhuun ni yaadatama.

One Comment

  1. waallekyuma saallaami waaramatuilh

    Raabbii waarra luubba jiraata waaggaa gahu nu haa goodhu maalee goona re’e

    Alhaamaduilh gaalata kani Raabbiit maarafuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button