OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sheikh Huseen Alii gara ganda Aakiraatti godaanan

INNAALILLAAHII WA’INNAA ILEEYHII RAAJ’UUN

 Masjida guddicha Anwaar kan magaalaa Finfinneetti itti aanaa Imaamaa tahuun kan tajajilaa turan Sheikh Huseen Alii dhukkubbii onnee  isaan mudaate hordoofuun gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagahame.

Sirni awwalcha isaanii guyyaa boru salaata Zuhrii booda qabrii Muslimaa naannawa Kolfeetti argamutti kan raawwatamu ta’uus odeeyfannoon ni addeessa.

Sheikh keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu firaa fixaa isaaniif immoo Sabrii haa keennu.

Show More

28 Comments

  1. rabbini Rahmataa isaani haa goodhu jayinnata firoodisi isanii haa hiruu😭😭😭😢😭😭

  2. innalillahi wa innah ilahi Raji’uun Yaa ulmo’at kenya Rabbin caffe jennata isin had qabachisu

  3. Innaa lillaahi wa innaa ilehyii raji’uun Rabbiin warraa jannaata isaan taasiisuu Nabbiiyyi keenyaa Saw isaan haa qubsiisuu

...

Back to top button