header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sirni Awwaalcha Sheikh Ibraahim Ceekhaa raawwatame.

Sirni Awwaalchaa Aalima guddaa Sheikh Ibraahim Ceekhaa guyyaa hardha godina Harargee bahaa aanaa Kombolchaa Araddaa Afran Qalloo kessatti, iddoo Ulamaa’onnii fi Hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu tahe argameetti hala ho’aa taheen raawwatame.

Ulamaa’ota sirna Awwaalchaa irratti argaman jidduu
1.Sheikh Aadam Tuulaa
2.Sheikh Muusaa Su’aalaa
3.Sheikh Ahmad Watar
4. Sheikh Usman
5 .Sheikh Aliyyii Fallaanaa Durrii
6. Sheikh Asaboot
7. Sheikh Umar Khadiir,
8. Sheikh Jamaal Aliyyi
9. Sheik Anwaar Yuusuf fi Ulamaa’onni biroo hedduun kan irratti argaman tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Sheikha Keenya Rabbiin Jannataan Haa qananiisuu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button