Categories: Awustraaliyaa Odeeyfannoo

Sirni yaadannoo muslimoota Jum’aa dabre Niiw Ziilaand keessatti ajjeefamanii geggeeffame

Advertisements

Mootummaan Niiw Ziilaand sirni yaadannoo muslimoota torbee dabre ajjeefamanii guutuu biyyattii keessatti akka geggeeffamu murtii dabarse hordofuun,  Jum’aa har’aa guutuu biyyattii keessatti sirnichi geggeeffamee jira.

Keessummattuu sirna yaadannoo kana sababeefachuun muslimoonni magaalaa Kiraayist Charch paarkii magaalattiitti salaata jum’aa raawwatanii jiru. Muummittii ministeera Niiw Ziilaand Jasinda Arden, qondaaltota biyyatti, lammiileen Niiw Ziilaand fi keessumoonni biyyoota gara garaa irraa dhufan sirna yaadannoo kana irratti hirmaatanii jiru.

Akkaatuma ajaja muummittiin ministeera biyyattii dheengadda dabarsiteen, Azaanni Jum’aa  har’aa Raadiyoo fi Televiziyoonaan  kan dabre yoo tahu, salaatni jum’aa fi sirni yaadannoo kun miidiyaalee Idil Addnuyaa hedduun kallattiin dabree jira. Dubartoonni Niiw Ziilaand heddu hijaaba uffachuun kabajaa muslimootaaf qaban agarsiisanii jiru.

Dabalataanis mootummaan Niiw Ziilaand guyyaa kaleessaa namoonni dhuunfatti meeshaa waraana gurguddaa akka hin qabanne kan labse tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

View Comments

  • Assalaamu'aaleykum Woraahmatullaahi Wobarakaatu Hojiin Keessan Baay'ee Gaariidha rabbin Isinirraa Hajaalatu Jzk

  • Assalaamu'aaleykum Woraahmatullaahi Wobarakaatu Hojiin Keessan Baay'ee Gaariidha rabbin Isinirraa Hajaalatu Jzk

  • Assalaamu'aaleykum Woraahmatullaahi Wobarakaatu Hojiin Keessan Baay'ee Gaariidha rabbin Isinirraa Hajaalatu Jzk

Recent Posts

  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Jilli Mootummaa Saa’uudii itti aanaa ministeera haajaa alaatiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira

Jilli qondaaltota mootummaa Sa’uudii fi bakka bu’oota hawaasa daldala biyyattii miseensa 50 qabu kun, itti aanaa ministeera haajaa alaa Sa’uudii…

2 hours ago
  • Og-Barruu
  • Seenaa

Luqmaan Al Hakiim, Akkamitti Hakiima Ta’e?

Akkamitti Hakiima taate(hayyummaa arkatte)? Ja'ani Luqmaan al Hakiim gaafatan. "Dhugaan dubbadha! Amaanaan eega! Maalaaya'nii(waan bu'aa hin qabne) irraahin fagaadha." Ja'e.…

1 day ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaataa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti muudateen lubbuun nama 11 dabru gabaafame

Balaan kun kaleessa galgala Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Algee Saachii keessatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan Isuzu ummata fe’atee…

1 day ago
  • Awrooppaa
  • Odeeyfannoo

Komishiiniin Gamtaa Awrooppaa deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 Ityoophiyaa kennuuf walii galteen mallatteeffame

Prezdaantiin Komishiinii Gamtaa Awrooppaa Ursula Von der Leyen fi Daayirektarri tumsa idil addunyaa gamtichaa Ms. Jutta Urpilainen daaw’annaa hojiitiif har’a…

2 days ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo

Bulchaan Godina Naayiroobii Maayik Soonkoo malaamaltummaan shakkaamee hidhame

Daayirektarri Abbaa Alangaa Keeniyaa Nuuraddiin Hajjii Jum’aa har’aa ibsa kenneen, Bulchaa Godina Naayiroobii dabalatee qondaaltonni mootummaa 15 to’annaa jala akka…

3 days ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Paartileen Morkattootaa 10 waliin hojjachuuf Walii galtee mallatteessan

ABO dabalatee paartileen morkattootaa 10 guyyaa har’aa hoteela Ililliitti waliin hojjachuuf, walii galtee mallatteessuu gabaafame. Paartileen waliigaltee mallatteessan kunniin 1.…

3 days ago