Odeeyfannoo Dooniin Galaana Diimaa irraan gara Yaman imalaa turte dhidhimuun… Nuuralhudaa Jun 7, 2018 0 Baqattootnni Doonii qarqara Yamanitti garagalte keessa turan hundinuu lammiilee Itoophiyaa akka tahanii fi, achi buteen namoota 16…
Odeeyfannoo Koreen Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa lammiilee Oromoo naannoo Soomalee… Nuuralhudaa May 18, 2018 0 Koreen fala barbaadduu hawaasa muslimaa, “Buqqaatota keenya haa faxarsiifnuu” yaada jedhuun, arjoomtota qindeessuun gargaarsa…
Afrikaa Isra’eel baqattoota lammii Afrikaa gara Ruwaandaatti darbuudhaaf… NuuralHudaa Feb 6, 2018 0 Isra'eel baqattoota lammii Afrikaa 40,000 ta'an guyyoota 60 keessatti gara Ruwaandaatti akka imalan yookaan ammoo hidhaan akka…
Afrikaa Dooniin baqattoota feete takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti… NuuralHudaa Feb 2, 2018 0 Dooniin baqattoota feetee qarqara Liibiyaa irraa gara Awurooppaatti imaalaa turte takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti…
Odeeyfannoo Ustaazonni keenya lammiilee liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa… NuuralHudaa Jan 26, 2018 0 Ustaazonni keenya gara godina Baalee imaluun lammiilee Oromoo liyyuu poolisiin qe'ee isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran…
Awrooppaa Xaaliyaan keessatti baqattoota Itoophiyaa fi Eertiraa irratti reebichi… NuuralHudaa Aug 26, 2017 0 Reebichi kun poolisoota Xaaliyaaniin kan raawwatame yoo tahu, namoonni heddu miidhamuun beekkameera. Poolisoonni gara gamoo…
Kaanaadaa Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin… NuuralHudaa Aug 18, 2017 1 Jalqaba ji'a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan…