Barattoota Yuunivarsiitii
-
Odeeyfannoo
Barattoonni Yuunivarsitii daree osoo hin seeniin doormiitti akka baratan murtaa’e
Labsii muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad, tamsa’ina Vayrasii koroonaa ittisuuf guyyoota 15’f manneen barnootaa akka cufaman jechuun baase hordofuun, Ministeerri…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Yunivarsiitiin Dirree Dhawaa barataan tokko eega ajjeefamee booda barnoota addaan kutuu beeksise
Guyyaa hardhaa barataan Oromoo tokko gamoo irraa darbamee eega ajjeefamee booda, bulchiinsi Yunivarsitichaa ibsa galgala kana baaseen barnoota addaan kutuu…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Mootummaan Yunivarsitiiwwan gara tasgabiitti hin deebine irratti tarkaanfii hanga cufuutti gahu kan fudhatu tahuu ibsame
Jeequmsa Yunivarsitiiwwan biyyaatti gara gaara akeessatti dhiheenya ka’e hordofuun, Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad boordii dhaabbilee barnoota olaanoo, Prezdaantoota Yunivarsitiiwwanii…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Yunivarsitiiwwan gara graa keessatti barattoonni sodaa nageenyaa kan qaban tahuu ibsan
Ajjeechaa sabtii dabre Naannoo Amaara Yunivarsitii Waldiyaa keessatti barattoota Oromoo lama irratti raawwatame hordofuun, Yunivarsitiiwwan naannoo Oromiyaatti argaman gara garaatti,…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaan Da’awaa Yuunivarsitii Walqixxeetti geggeeffame
Naannoo Kibbaa magaalaa Walqixxeetti barattoota Yuunivarsitii Walqixxeetiif sagantaan muhaadaraa kan geggeeffame yoo tahu, mata dureewwan Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa, Seenaa…
Guutuu dubbisi...