Bineensota Bosonaa
-
Tafakkur

Kaappiibaaraa (Capybara)
Uumamni Kaappiibaaraa jedhamu kun sanyiiwwan hantuutaa keessatti kan ramadamu yoo tahu, sanyiiwwan kana keessaallee isa guddaa dha. Ulfaatinni isaa kiloograama…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

LIGER (LAAYIGAR)
Bineensi dhaluu hin dandeenye kami jedhanii osoo isin gaafatanii, hedduun keessan gaangee jettanii deebisaa kennitan taha. Gaangeen Fardaafi harree irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Polar Bear
Addunyaa tanarra Sanyiiwwan Biir heddutu jiru. barruu tana keessatti isa Polaar Biir ykn ammo Sea Biir jedhamu waliin daaw’anna. Polaar…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Zoonkii (Zonkey)
Uumama Rabbiin uume lakkoofnee bira gahuu hin dandeenyu. Uumamni Rabbii lakkoofsaanis amalaanis, haalaanis ajaa’ibuma. Isa tokko arginee ajab yoo jennu,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Qamalee
Waa’ee Qamalee yoo dhageenyu wantoota heddutu sammuu keessa nu yaa’a. Uumama dachii tanarra jiran keessaa bineensa qaruutummaan hunda caalu akka…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Wiizil
Uumamni barruu tana keessatti laallu Wiizil jedhama. Wiizil bineensa xiqqaadha. Bineensi kun hoosiftoota foon sooratan keessatti ramadama. Ardii Awustraaliyaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Gadamsa
Barruu tana keessatti gara biyya keenyaa deebinee uumama biyyi teenya ittiin beekamtu tokko ilaalla. Imalli keenyas Bosona Baalee keessa ta’a.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Gafarsa
Gafarsi Bineensa guddaa gosa maatii Bovidae Jedhamu keessatti ramadamu yoo ta’u, maatiin Bovidae kun bineeldota manaa kan Akka Horiitis of…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Jeedala
Uumamni kun biyyoota heddu keessatti, akkasumas naannoowwan garagaraa keessa jiraachuu danda’a. Haalli uumama qaama isaatis, naannoowwan garagaraa waliin wal simee…
Guutuu Dubbisi »





