Chaayinaa
-
Tana Quba Qabduu
Wantoota Chaayinaa keessatti qofa baramaa tahan.
Qophii Abu Ibtisam Chaayinaan baay’ina ummataatiin addunyaa tanarraa tokkoffaadha. Biyya yeroo ammaa lammiilee isii cunqursuudhaan beekkamtu keessaallee isii takka. Akkasumas…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Biyyoonni lixaa Sarbama Mirgaa Muslimoota Wiigar irratti raawwatamu mormuun Chaayinaa irra qooqqobii kaa’an
Mootummaan Chaayinaa maqaa finxaalessummaa too’achuu jedhuun, kutaa biyyattii Zinjiyaangi jedhamu keessatti muslimoota Wiigar kan dararu tahuu, dhaabbileen mirga namoomaa fi…
Guutuu dubbisi... -
Koroonaa
Chaayinaan ragaa ijoo Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaa dhoorkatte
Gareen Dhaabbata Fayyaa Addunyaa vaayirasii koroonaatiin walqabatee haalajalqaba Chaayinaa keessa ture qorachuuf garas imale. Haata’u malee gareen ogeeyyota WHO kun…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Gareen Muslimoota Ameerikaa, Gamtaan Biyyoota Islaamaa dararaa Chaayinaan Muslimoota Wiigar irratti raawwattu caldhisee ilaalaa jira jechuun qeeqe
Green Waldaalee Muslimoota Ameerikaa heddu of keessatti hammate ibsa kenneen, Gamtaan Biyyoota Islaamaa akkuma kanaan dura dhimmoota muslimoota Falasxiin, Kaashimiir…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Biyyootni 39 dararaa Chaayinaan Muslimoota Wiigar irratti raawwataa jirtu gamtaan balaaleffatan
Adda durummaa biyya Jarmaniitiin, Ameerikaa, Briteen fi Jaappaan dabalatee biyyoonni 39 waajjira ol UN keessatti walgahii kan geggeessan yoo tahu,…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Foon lukkuu Biraaziil irraa gara Chaayinaatti ergame irratti koronaavaayirasiin argame
Foon lukkuu Biraaziil irraa gara Chaayinaatti ergame irratti koronaavaayirasiin argame Vaayirasiin kun foon lukkuu Biraaziil irraa ergame irratti kan argame…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Walitti bu’iinsa Daangaa Chaayinaa fi Indiyaa jidduutti uumameen loltoonni Indiyaa 20 tahan ajjeefamuu gabaafame
Waldhabbii daangaa ji’a tokko dura biyyoota lamaan jidduutti hammaata dhufe hordofuun, loltoonni biyyoota lamaanii lakkoofsaan hedduu tahan naannawa gareen Himaaliyaa,…
Guutuu dubbisi... -
Afrikaa
Lammileen Afrikkaa Chaayinaa keessatti Dararamaa jiran
Barattootaa fi hojjettoonni lammiileen Afriikkaa biyya Chaayinaa keessa magaalaa Guwaang’zhuu(Guangzhou) jedhamtu jiraatan sababa ‘dhibee Koroonaa-vaayras facaastan’ jedhuun mana keessa jiraatan…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Barattoonni Lammiilee Afrikaa Chaayinaa keessatti rakkoo hamaaf saaxilamuu gabaafame
Dhibee Vaayirasii Koronaa Chaayinaa keessatti saffisaan babal’ataa jiruun wal qabatee, barattoonni lammiilee Afrikaa magaalaa Wuhan keessa jiran rakkoo hamaaf saaxilamuu…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Dhibeen hafuuraan daddarbu Chaayinaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafatuu gabaafame
Dhibeen qufaan hafuura nama kutu kun Vaayrasii ‘Koronaavaayiras’ jedhamuun nama irra namatti kan daddarbu yoo tahu, qufaa hamaan sirna hargansuu…
Guutuu dubbisi...