Feesbuuk
- 
Awrooppaa Yunivarsiitiin ‘Oxford’ yaaliin talaallii Covid-19 bu’a qabeessa tahuu beeksiseYunivarsiitiin beekamaan Briteen Oxford jedhamu kanaan dura talaalli dhibee Covid-19 hojjatuun, nama irratti yaalii jalqabuu ibsuun isaa ni yaadatama. Haaluma… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo “‹”‹Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Dhaabbanni Feesbuuk jiddu gala gamaaggama qabiyyee jalqabaa Keeniyaatti banuuf akka tahe beeksiseDhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review) Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya jalqabuu beeksise.Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Feesbuukiin nama miiliyoona 50 butamee akka ture beekameDhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse.… Guutuu Dubbisi »
 





