Hamaas
-
Odeeyfannoo
Waraanni Gazzaa irratti taasifamu hin dhaabbatu
Muummichi Ministeera Israa’el, Benjaamin Netaniyaahuu, waraanni Gazzaa irratti godhamaa jiru hin dhaabbatu jechuun dubbate. “Waraanni kun yoo gareen Hamaas barbaadaye…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa Hamaas galmee dhaabbata Shororkeessitootaa keessaa akka haqamu murteesse
Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa dhaddacha Jum’aa dabre Luxemburg keessatti ooleen, garee bilisummaa Falasxiinii falmaa jiru, Hamaas galmee shororkeessitootaa keessaa akka…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Hamaas Karoora Prezdaant Abbaas Paarlaamaa Falasxiin diiguuf baase kan hin fudhanne tahuu beeksise
Prezdaant Mahmuud Abbaas Sabtii kaleessaa walgahii dhaabbata bilusummaa Falasxiin (PLO) irratti haasaya godheen, “Akkaatama manni murtii heera Falasxiin ajajetti, paarlaamaan…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Hogganaan Hamaas Prezdaant Mahmuud Abbaas waliin mari’achuuf qophii tahuu beeksise
Hogganaan Hamaas Ismaa’il Haniyyaa Alhada har’aa ayyanaa hundeeffama dhaabbatichaa waggaa 31 irratti haasaya goddheen, wal dhaabbii dhaabbilee Falasxiin jidduu jiru…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Korri Walii Galaa UN, Wixinee Hamaas balaaleffatu kan Ameerikaan qophaahe kuffise
Ameerikaan “dhaabni Hamaas Gazzaa irraa haleellaan rokkeetii Israa’el irratti raawwataa jiru, yakka shororkeesummaa waan taheef Korri walii gala UN akka…
Guutuu dubbisi...