Hawaa
-
Tafakkur
Eenyutu Hawaa kana uume?
Uumamni dachii tana dabalatee hawaa guutuu keessa jiru dandeettii fi guddina Rabbii tokkichaa ragaa nuuf baha. Nutis kanuma bu’uura godhachuun…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Gaalaaksii
Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana. Ø¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ ÙÙÙŠ خَلْق٠السَّمَاوَات٠وَالْأَرْض٠وَاخْتÙلَاÙ٠اللَّيْلم
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Meerkurii
Meerkuriin plaanetoota hanga amaatti beekaman keesaa xiqqoo yoo taatu, Adutti dhihaattee argamti. maqaan Meerkurii jedhu kun, maqaa sanamaa warri…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Veenas/Venus
Veenas Aduu irraa Meerikuritti aanuudhaan lammaffaa irratti argamti. Dachiin irra jirru tun ammoo Sadaffaa irratti argamti. Veenas Wantoota Hawaa kana…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Maars
Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan mirkanaawe.…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Addeessa
Uumaa Rabbii keennaa laakkofnee fixuu hin dandeennu. Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uumee jira. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu.…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Lafa (Earth)
Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Mu’jizaa Samii keessa jiru
Qophii Abu Ibtisam Namoonni heddu, Anbiyoonni amma dura dabran hundi, Mu’ujizaa addaa qaban, Mu’ujizaan Nabi Muhammad (SAW) hoo maali? Jedhanii…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Ulfaatina Duumessaa
Qophii: Abu Ibtisam Duumeessi qilleensa nu gubbaa keessatti argamu kun ulfaatina qaba. Qabxii kana ilaalchisee qajeela gara argama saayinsiitti osoo…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Big Bang (Dhoohinsa Guddaa)
Qophii: Abu Ibtisaam Waggoota hedduuf astroonoomaroonni iccitii hawaa kanaa beekuudhaaf dhama’aa turan. Gaafii hawaan kun eessaa dhufe jedhuuf deebii argachuudhaafis…
Guutuu dubbisi...