Hidha_laga_Abbaay
- 
Afrikaa Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee biyyoota sadiin jiddutti geggeeffamu wixata irraa kan itti fufu tahuu ibsameMariin hidha laga Abbaay ilaalchisee jaarsummaa Gamtaa Afrikaatiin geggeeffamu biyyoota sadeen jiddutti Wixata dabre eegalame irratti, Itoophiyaan qajeelfama haarawa kan… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Itoophiyaan, “odeeyfannoon hidha laga Abbaay hojiin bishaaniin guutuu jalqabame jedhu dogoggoraa”jetteEBC dabalatee Miidiyaaleen mootummaa Itoophiyaa har’a Ministeera Bishaan, Jallisiifi Inarjii waabeeffachuun ‘Itoophiyaan hidha laga Abbaay hojii bishaaniin guutuu jalqabde’ jechuun… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa ture walii galtee malee xumurameMinisteerri Bishaan, Jallisiifi Inarjii Ityoophiyaa Silashii Baqqalaa fuula Twitter isaa irratti “Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Masrii fi Suudaan… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee yaada Ityoophiyaan haarayatti dhiheessite diduu beeksisteMasri ibsa kaleessa baasteen, marii hidha laga Abbaay irratti Ityoophiyaa fi Suudaan waliin geggeessaa jirtu irratti, Jum’aa dabre Ityoophiyaan qabxiileen… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Hoggantoonni Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimmi hidha laga Abbaay irratti mari’atanMuummich Ministeera Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmad, Muummichi Ministeera Suudaan Dr. Abdallaah Hamdook fi Prezdaantiin Masrii Abdulfattaah Al Siisii, waamicha gamtaa Afrikaatiin… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Ityoophiyaan gaaffii Masri Mana Marii Nageenyaatii dhiheessiteef deebisaa kenniteMootummaan Masri torbee dabre gama ministeeraa haajaa alaa isaatiin, Ityoophiyaan hidha laga Abbaay ilaalchisee Masri fi Suudaan waliin walii galtee… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Masri Dhimma Guutinsa Bishaan Laga Abbaay ilaalchisee, Manni Maree Nageenyaa akka jidduu seenu gaafatteMariin torban dabre keessa biyyoota sadeen, Itoophiyaa, Masrii fi Suudaan jidduutti jalqabame waliigaltee malee xumuramuu dhabuus, guyyaa bishaaniin guutuuf itti… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Prezdaant Doonaald Traamp fi Prezdaantiin Masri Abdulfattaah Al-Siisii waliin mari’atanPrezdaant Traamp Arba’aa kaleessaa prezdaantii Masrii Abdulfattaah Al-Siisii waliin bilbilaan kan mari’ate tahuu VOA’n gabaase. Mariin hoggantoota lamaani Lola Liibiyaa… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Ityoophiyaa, Suudaanii fi Masri dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee marii kanaan dura addaan kutan jalqbuuf walii galanMinisteeronni haajaa alaa biyyoota sadanii bakka Afrikaan Kibbaa, Gamtaan Awrooppaa fi Ameerikaan taajjabdummaan argamanitti, kaleessa June 09, 2020 toora Viidiyoo… Guutuu Dubbisi »
- 
Afrikaa Suudaan dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Mana Maree Nageenyatiif (UNSC)xalayaa barreessiteMinisteerri haajaa alaa Suudaan Asmaa Muhammad Abdallaah Xalaya June 02/2020 Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiif barreesiteen, hidha laga Abbaay… Guutuu Dubbisi »
 










