Hoosiftoota
-
Og-Barruu
Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune
Uumamni kun OIingo jedhama. Olingon naannawa bosona jiidhaa oowwaa jiraata. Hedduminaanis mukarraa osoo hin bu’in jirenya isaa geggeeffata. Uumama kana…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Uumama Hogganaa hin qabne
Barasinghan sanyii bosonuuti. Sanyiin bosonuu kun maqaa biraa kan swamp deer jedhamuunis ni waamama. Kunis uumamni kun hedduminaan lafa caffaatti…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Horii Gaafaa Keessaa Guddicha
Uumamni kun Ardii Eeshiyaa keessatti kan argamu yoo ta’u maqaan isaatis Gaur jedhama. Gaur sanyiiwwan bovine (BOOVAAYIN) ykn Horii gaafaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa
Barruu tanaan yaadaan gara Ardii Eeshiyaa imallee hoolaa bosonaa tokko isin daaw’achiisna. Maqaan isaa Argaalii jedhama. Argaaliin biyyoota Eeshiyaa jiddu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku
Uumamni kun maqaa Kinkajou (Kink-ah-joo) jedhamuun waamama. Maqaa biraa kan honey bear jedhamuunis ni beekama. Sababni isaa qaamni isaa bineensa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?
Uumamni kun Emperor Tamarin jedhama. Emperor Tamarin Sanyii qamaleeti. Sanyiilee qamalee xixiqqaa jedhaman keessaalle isa tokko. Uumamni kun biyyoota Ardii…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Bineensa Lafeefi ilkaanis Caccabsee Sooratu
Wolverine (WOLVIRIIN) Bifaa fi boca qaamaa, bineensota akka saree, Skunk fi Bear fakkaatu qaba. Guddinni isaa bineensa Bear jedhamu isa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Diina Qonnaan Bultoota Awustraaliyaa
Uumamni kun Wombat jedhama. naannawa qarqara kibba-baha Awustraaliyaa fi eddoola naannoo sanitti argaman keessa baay’inaan jiraata. Wombat naannawa bosona heddu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Uumama Meetira 3 lafaa ol Utaalu
Barruu tana keessattis sanyii Arroolee keessaa tokko kan ta’e, waa’ee Springbok laalla. Uumamni kun Naannawa Kibba Afriikaa fi Kibba lixa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Bineensa Bakka Roobni Jiru Fageenyarraa Fuunfatee Beeku
Saalaan (Oryx) naannawa Afriikaa gama bahaa fi Kibbaa, akkasumas Eeshiyaa keessaa biyyoota akka Urduunii fi Oomaan keessatti argama. Bineensi kun…
Guutuu dubbisi...