Ingiliiz
- 
Awrooppaa Poolisiin Ingiliiz Yuunifoormii hijaabaa poolisii Niiw zilaandiin qophaaye yeroo jalqabaatiif yaalii gochuu eegaleHijaabni meeshaalee fi haguggaa mataa poolisii waliin uffatamuu danda’u kun, qorannoo ji’oota 16 booda hojjetame. Akkasumas yoo namni poolisii hijaaba… Guutuu Dubbisi »
- 
Awrooppaa Bataskaanota Kaatolikii Biritaaniyaatti argamanitti yakki gudeeddaa Kuma hedduutti lakkaawamu raawwatamuun gabaafameDhaabbanni The Independent Inquiry into Child Sexual Abuse(IICSA) jedhamu kan haleellaa fi gudeeddaa saalaa ijjoolee irratti raawwatamu falmu gabaasa baaseen,… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Ameerikaa fi deeggartoonni isii Suuriyaa keessatti haleellaa jalqabanAmeerikaa, Briteenii fi Faransaay Suuriyaa keessatti ganama har’aa haleellaa jalqaban. Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp gamtaana waraana biyyoota sadanii Suuriyaa keessatti… Guutuu Dubbisi »
- 
Awrooppaa Ameerikaan dipiloomaatota Raashiyaa 60 biyya isiitii ari’uuf murteessiteUK magaalaa Salisbury keessatti Suummaayuu basaastuu lammii Raashiyaatiin walqabatee, Briteen gocha kana mootummaan Raashiyaattu qindeesse jechuun himatte. Kanuma hordofuun Briteen… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Raashiyaan Dipiloomaatota Briteen 23 biyya isiitii ari’uuf kan murteessite tahuu beeksifteBriteen haleellaa Summii basaasticha lammii Raashiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Arba’aa dabre dipiloomaatota Raashiyaa 23 biyya isiitii baasuuf akka tahe… Guutuu Dubbisi »
- 
Awrooppaa Briteen Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte tahuu beeksifteBriteen haleellaa Summii basaasticha qara lamaa lammii Ruusiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte… Guutuu Dubbisi »
- 
Awrooppaa Namichi Briiteenitti Muslimoota Masjiidaa bahaa turan Makiinaa itti buusee ajjeese hidhaa waggaa 43tiin adabame.Namtichi Daren Osborne jedhamu waggaa dabre ji’a Waxabajjii keessaa, Muslimoota Masjiida Kaaba Landanitti argamutti salaatanii bahaa turan konkolaataa irra oofuun… Guutuu Dubbisi »
- 
Awrooppaa Mootummaan Sa’udii iiraniin Ingiliizitti himate.Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii… Guutuu Dubbisi »
 








