Ispeen
-
Awrooppaa
Iddoon Awwala Muslimootaa jarraa 12 ol lakkoofsise Ispeen keessatti argame
Ardii Awrooppaa Kaaba Ispeen keessatti iddoon awwaala Muslimootaa jarraa heddu lakkoofsise argame. Iddoon awwaalchaa kun magaalaa Zaragoza jedhamtu keessatti ijaarsa…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Mootummaan Ispeen Baqattoota qarqara galaana Meditraaniyaan irratti ugguraman kan Simatu tahuu ibse.
Mootummaan Xaaliyaan torbee dabre, bidiruun baqattoota balaa Doonii galaana Meditraaniyaan irraa baraaraman fe’atte, daangaa galaana biyyattii akka hin seenne dhorkuun,…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ispeen Gamtaan Awurooppaa Falasxiiniif beekamtii guutuu akka kennu gaafatte
Mootummaan Ispeen dhimmi beekamtii Falasxiin Gamtaa Awurooppaa keessatti hattatamaan murtii akka argatuuf ciminaan kan hojjatu tahuu hime. Ministeerri haajaa alaa…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Ministeeroonni Kaatalooniyaa duraanii saddeet Ispeenitti hidhaman.
Manni murtii Ispeen Ministeeroota Kaatalooniyaa saddeet sababaa labsii Walabummaatti cichaniif kan hidhe tahuu BBC’n gabaase. Ministeeroonni Kaatalooniyaa kunniin ajaja mootummaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Dheebuun Walabummaa Ummata Kaatalaan Eessarraa Garamitti?
Kaatalooniyaan naannoo Kaaba baha Ispeenitti argamtu yoo taatu, jiraattonni isii ammoo Ummata Kaatalaan jedhamu. Nannoo isaaniitiin “Paisos Catalans” yookaan ammoo…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Mootummaan Ispeen bulchiinsa Kaatalaan diiguu labse
Parlaamaan Bulchiinsa Kaatalaan juma’aa kaleessaa Ispeen irraa walaba bayuu erga labsee booda, muummichi ministera Ispeen Mariyaanoo Rahoy seeneetii biyyatti walgayii…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti bulchuuf dhiheesse, kan fudhatama hin…
Guutuu dubbisi...