Israa’el
-
Odeeyfannoo
ICJ’n dhimma Gazzaa irratti tarkaanfiin yeroo akka fudhatamu ajaje
Manni Murtii haqaa idil Addunyaa kan The Heague keessatti argamu, himannaa Israa’el irratti Afriikaa kibbaan baname hordofee, tarkaanfiiwwan yeroo fudhatamuu…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Kaabineen Israa’el dhimma Gazzaa irratti walitti bu’e
Lammiileen falasxiin 73 halkan tokkotti ajjeefaman Hamaas hoggantoota arabaa komate Kaabinee Israa’el jiddutti wal dhibdeen hammaate Waraanni Israa’el Gazzaa irratti…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagalee Azaanaa dhagahuu dhiisnee jirra jedhu jiraattonni Gazzaa
Lammiileen Falasxiin ajjeefaman 22,000 dhihaateera Masjiidonni 300 caalan diigamaniiru Waraanni ammas itti fufeera Waraanni Israa’el haleellaa Gazzaa irratti raawwate hammeessee…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Haleellaa Kaampii irratti raawwatameen namni 70 ajjeefame
Haleellaa guyyaa kaleessaa kaampii baqattoota Maghaazii kan jiddu galeessa Gazzaa keessatti argamurratti raawwatameen yoo xiqqaate falasxiinonni 70 ajjeefamaniiru. Dubbi himaan…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Mariin waraana dhaabuuf taasifamu jalqabameera
Waraana Gazzaa irratti taasifamaa jiru yoo xiqqaate torbaaniif dhaabuudhaaf mariin godhamaara. Marii kanaafis hooggantootni Hamaas magaalaa guddoo biyya Masr, kaayroo…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Seenaa gabaabaa waa’ee kampii Baqattootaa Falasxiin
Erga waraanni mootummaa Israa’el Gazzaa irratti haleellaa taasisuu jalqaberraa kaasee kaampiin baqattootaa yeroo hedduu yoo haleelamu dhageenya. Fakkeenyaaf wiixata darbe…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Israa’el Falasxiinota qoqqooduuf waan heddu carraaqxe garuu hin dandeenye
Israa’el waggoota dheeraaf Falasxiinota qoqqooduudhaan bulchuuf carraaqqiin goote hin milkoofne. Inumaa waraana sanyii fixiinsaa amma Gazzaa irratti taasisaa jirtuun Falasxiinota…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Muslimoonni Masjiidal Aqsaa akka hin seenne dhoorkaman
Erga waraanni Israa’el xayyaaraa fi Misaa’elaan Gazzaa haleeluu jalqabee guyyaa 70 ta’eera. Hammaachuu malee laaffachuu hin garsiisne. Lammiileen Falasxiin kan…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Jiraattonni Gazzaa miiliyana 1.9 ta’an godaananii jiran
Haleellaa waraanni Israa’el Gazzaa irratti raawwataa jiru hordofee jiraattonni Gazzaa dhibbeentaa 85 ta’an ykn miiliyana 1.9 ta’an qe’ee fi qabeenya…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ajajaan waraanaa Israa’el loltoota heddu wajji ajjeefame
Lola lafoodhaan Israa’elii fi Hamaas jiddutti godhamaa jiruun, Israa’el loltoota jajjaboo dhabuurratti argamti. Gazzaa naannawa Shijaa’iyaatti loltoonni Hamaas riphanii tarkaanfii…
Guutuu dubbisi...