Keeniyaa
Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan qe’ee fi qabeenya keenya irraa buqqifamne jedhan.
Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa Magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan, Waldhabbii daangaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomalee jiddutti kahe hordofuun, Dhalattoonni…
Guutuu dubbisi...Manni Murtii Ol’aanaa Keeniyaa Injifannoo Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Raggaasise
Filannoo Prezdaantii Keeniyaa October 26 irraa deebiin geggeeffamee ture, Uhuruu Keenyaataa injifatuu Komishiiniin Filannoo biyyattii labsee ture. Haata’u malee paartiin…
Guutuu dubbisi...-
Afrikaa
Manni murtii Keeniyaa, lammiilee Itoophiyaa 137 tahan kanneen karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenan irratti yakka mure.
Lammiileen Itoophiyaa kunniin daangaa Moyalee irraan karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenuun gara Afrikaa kibbaa imaluuf qophii irra kan turan. Haa…
Guutuu dubbisi... -
Afrikaa
Koomishiiniin Filaannoo Keeniyaa, Filaannoo irra deebii prezdaant Uhuruu Keenyataa Injifatuu labse.
Filaannoo prezdaantummaa Keeniyaa irradeebii yeroo lammaffaatiif geggeefameen, ammas Prezdaant Uhuuruu Keenyaataa injifatuu Koomishiinni Filaannoo Keeniyaa IEBC guyyaa hardhaa labse. Hogganaan…
Guutuu dubbisi... Manni murtii ol’aanaa Keeniyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaalin hafe.
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa Odiingaa dabalatee, dhaabbileen adda addaa haalli adeemsa…
Guutuu dubbisi...Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksise.
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa 26 adeemsifamu irraatti…
Guutuu dubbisi...