Koronavirus
-
Koroonaa

Manni Marii Ulamaa Itoophiyaa ummanni Salaata Iidaa manatti akka Salaatan murteesse
Manni Marichaa ayyaana Iidul fixrii bara 1441 ilaalchisee ergaa ‘baga ittiin isin gahe’ jettu eega dabarseen booda, Jidduu kana dhukkubni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majlisni Oromiyaa Koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti qabu hundeesse
Majlisni naannoo Oromiyaa, lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii biyyattiitti dabalaa jiraatuu hordofuun, sadarkaa Oromiyaatti koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjidni Taqwaa magaalaa Finfinnee naannawa Betheel tti argamu cufame
Tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras kan addunyaa irratti lubbuu nama hedduu galaafataa jiruu fi saffisa hamaan wal gahaa jiru to’achuuf Masjidni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-Vaayiras to’achuuf tarkaanfii haarawa fudhate
Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad Koree tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras ittisuuf hundeeffame waliin ganama kana mari’atee jira. Marii kana irrattiis tarkaanfiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaan dangaalee biyyoota ollaa waliin qabdu cufachuu beeksifte
Tatamsaa’a dhibee Koroonaa-Vaayiras kan saffisaan addunyaa irratti babaldhachaa jiru to’achuuf Itoophiyaan tarkaanfiiwwan dabalataa fudhatuu ibsite. Waajjirri MM ibsa guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 3
Dr. Nuredin Luke VII. Ka’umsi vaayirasii kanaa maaliidha/eessaa ka’ee? * Dhukkubni VaayirasiiKoronaa yeroo ammaa muldhachaa jiru (COVID-19) kun biyya Chaayinaa,…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 2
Dr. Nuredin Luke irraa IV. Namni tokko vaayirasichaaf erga saaxilamee turtii yeroo hangamii booda mallattoo dhukkubaa muldhisuu eegala? Namni tokko…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19
Qophii Dr. Nuredin Luke I. Coronavirus (KoronaaVaayirasiin) maaliidha? KoronaaVaayirasiin gartuu vaayirasii keessaa tokko ta’ee irra jireessaan sirna hargansuu namaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Sa’udiin Sodaa Dhibee Vayirasii Koronaa hordofuun Imala Sirna Umraaf garasitti taasiifamu yeroodhaaf dhaabuu beeksiste
Ministeerri Hajaa alaa Sa’udii ibsa har’a baaseen, sodaa saffisaan faca’aa dhufu dhibee Vayirasii Koronaa hordoofuun, imalli biyya kamiyyuu irraa sirna…
Guutuu Dubbisi »









