Majliisa Nannoo Oromiyaa
-
Odeeyfannoo Biyyaa
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee Isaa Gaggeesse
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa, yaa’iiiIdilee isaa hardha Gurraandhala 09/2023 kan geggeesse yoo tahu, bikka Mufti Sheikh…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dhala irraa bilisa Majlisa waliin hojjachuuf walii galtee mallatteesse.
Hoggantoonni Mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa; hoggansa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin marii bal’aa eega taasisanii booda, dhimmoota heddurratti waliin…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Manni Marii walii gala Ulamaa Majlisa Oromiyaa eenyufaaf aangoo kenne?
Manni marii waliigala Ulamaa Majlisa Oromiyaa kibxata kaleessaa galma aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti yaa’ii idilee gaggeesse. Yaa’icharratti Ulamaan godinaalee…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Manni marii Ol’aanaa dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa yaa’ii idilee geggeesse
Manni marii ol’aanaa dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Muddee 4, 2013 yaa’ii Idilee lammaffaa bara 2013 gaggeesse milkiin xumuruu gabaafame.…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Mariin nageenyaa Majlisa Naannoo Oromiyaatiin qophaahe geggeeffamaa jira
Marii dhimma nageenya biyyattii irratti xiyyeeffate kan magaalaa Finfinnee Hoteela Elilliitti geggeeffamaa jiru irratti, Ulamaa’onni godinaalee Oromiyaa hundarraa Majlisa Oromiyaa…
Guutuu dubbisi...