Majliisa Oromiyaa
-
Odeeyfannoo

Majlisni Oromiyaa, Murtii Kora Walii galaa Majlisa Federaalaa deeggaruun ibsa baase
Manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Oromiyaa, murtii korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Caamsaa 18,2014 dabarse deeggaruun ibsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggansa Majlisa Federaalaa haarayatti muudameef hiriirri deeggarsaa waamame
Korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa walga’ii Caamsaa 18,2014 Hoteela Sharaatoniitti geggeesseen, hoggantoota mana mariichaa duraanii sagalee caalmaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majlisni Oromiyaa,sagantaa deeggarsaa qopheese irratti Muslimoonni dammaqinaan akka hirmaatan afeere
Manni marii Dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa, manneen marii dhiimmoota Islaamaa naannoolee biroo dursuun hojii jajjabduu hojjechaa jira. Akkasumas caaseeffamaafi daambii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

konfiransiin Du`aatotaa fi Imaamman Oromiyaa ibsa Ijjannoo qabxii 10 qabu baasuun golabame
Konfiransii koree hayyoota, Du`aatotaa fi Imaamman Gumii Dhimma Islaamaa Oromiyaatin qophaa’e , guyyaa kaleessaa fi har’aa magaalaa Adaamaa Hoteela ‘Teatas…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni Godina Harargee Bahaa, Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Marii geggeessan
Waltajjii marii ulamaa’ota godina Harargee bahaa, magaalaa Dirree Dhawaa fi Naannoo Harariin qophaa’e, kan guyyaa har’aa magaalaa Hararitti geggeeffame kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii olaanaan Dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Yaa’ii Idilee 1ffaa geggeesse
Manni marichaa Yaa’ii Idilee isaa tokkoffaa kan bara kanaa gurraandhala 28,2013 iddoo keessummoonni fi miseensonni mana marichaa argamanitti gaggeesse. Ajandaaleen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Oromiyaa gocha seeraan alaa majliisni federaalaa raawwataa jiru balaaleffate
Majliisni Naannoo Oromiyaa gocha seeraan alaa majliisni federaala raawwataa jiru balaaleffatuun, yeroo torbaan tokkoo keessatti yaa’iin walii galaa ariifachisaan yoo…
Guutuu Dubbisi »








