sagantaa Tumsa Nuuralhudaa
-
Odeeyfannoo
“‹”‹”‹”‹Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa godina Arsii Magaalaa Roobeetti geggeeffame
Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii magaalaa Roobeetiin qophaa’e, guyyaa hardhaa bifa ho’aa ta’een masjiida Toofiiqitti geggeeffame. Sagantaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Shaahshamanneetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira
Sagantaan eebba kun hawaasa Muslimaa magaalaa Shaashamanneetiin kan qophaa’e yoo tahu, Keessummoonni sagantaa kana irratti affeeraman, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Shaashamanneetti
Hawaasni Muslimaa Magaalaa Shaashamannee Ebla 6/2011 Televizyiina isaa TV Nuuralhudaa Istaadiyoomii magaalaa Shaashamanneetti eebbisuuf qophii isaa xumuree jira. Sagantaa eebbaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaa Tumsaa fi Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Makkaatti geggeeffamu irratti Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibuu Ridallaah) kan hirmaatu tahuu beekame
Magaalaa Kabajamtuu Makkaatti Khamiisa dhuftu April 4/2019 sagantaan Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa kan geggeeffamu yoo tahu, sagantaa kana irratti Daayrektarri Ol…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Dannab Guddootti geggeeffamaa jira
Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii aanaa Jajuu magaalaa Dannab Guddootiin qophaa’e haala hoo’aa ta’een geggeeffamaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaan Marii fi Tumsa Nuuralhudaa aanaa Balee Gasgaaritti geggeeffame
Sagantaan kun miidiyaan Nuuralhudaa tamsaasa Televizhiinii Saatalaayitiin jalqabuu isaa fi miidiyaa kana Cimsuuf hawaasa muslimaa aanaa Balee Gasgaar keessa jiraatuun…
Guutuu dubbisi...