Odeeyfannoo Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa… NuuralHudaa Aug 29, 2018 In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee…
Odeeyfannoo Ulamaa’onni Godina Baalee aanaalee 20 irraa walitti dhufan haala yeroo… Nuuralhudaa Aug 25, 2018 Ulamaa’onni baay'inni isaanii 100 ol tahan guyyaa har’aa August 25/2018 aanaalee godinichaa hunda irraa walitti dhufuun haala…
Odeeyfannoo Ulamaa’onni biyya keenya kan Ameerikaa Kaabaa keessa jiraatan Murtii… Nuuralhudaa Jul 2, 2018 Ulamaa'onni kunniin Ameerikaa fi Kanadaa irraa Konfiraansii Masjiida Asraar kan Kanadaa magaalaa Edmantan irratti hirmaatuuf kan…
Odeeyfannoo Qubsuma lammiilee buqqifamanii ijaaruuf ulamaa’onni dhagaa bu’uraa kaahan. NuuralHudaa Feb 20, 2018 Ulamaa'onni keenya iddoo lammiileen Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqa'an itti qubsiisuuf karoorfame irratti dhakaa bu'uuraa…