USA
-
Odeeyfannoo

Jiraattonni Gazzaa miiliyana 1.9 ta’an godaananii jiran
Haleellaa waraanni Israa’el Gazzaa irratti raawwataa jiru hordofee jiraattonni Gazzaa dhibbeentaa 85 ta’an ykn miiliyana 1.9 ta’an qe’ee fi qabeenya…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Ameerikaan Arba’aa kaleessaa lakkoofsa namoota guyyaa tokkotti vaayirasii koroonaa irratti argame guddaa galmeessitee jirti. Galmeen projektii waa’ee vaayirasii koroonaa hordofuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaan Adeemsa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa of baasuu kan jalqabde tahuu beeksiste
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne, Dhaabbatichi Chaayinaaf looga sababa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan namoota 10,000 ol hiite
Ajjeechaa Poolisni adiin Ameerikaa kutaa Minesootaa magaalaa Miniyaapolisitti nama gurraacha lammii Ameerikaa ta’e irratti raawwate, magaaloota Ameerikaa 50 ol keessaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaatti qorichi Iiboolaa yaala COVID-19’f akka oolu hayyamamuu gabaafame
Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa (FDA)’n dawaan dhukkuba Iiboolaa ‘Remdesivir’ jedhamu, namoota dhibeen vaayirasii koroonaa itti hammaate yaaluuf…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Seeneetiin Ameerikaa himannaa Yakkaa, Prezdaant Traamp aangoo irraa ittiin kaasuuf dhiyaate Sagalee Calmaan Kuffise
Manni marii olaanaan Ameerikaa (Seeneetiin), himannaa yakkaa miseensoonni mana marii ummata (Kongireesoonni) sagalee calmaan dabarsuun, prezdaantii Ameerikaa 45ffaa, Doonald Traamp…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Iiraan buufata waraana Ameerikaa Iraaq tti argamu haleelte
Iiraan ajjeechaa ajajaa ol’aanaa waraanaa isii Jeneraal Qaasim Suleeyman haaloo bahuuf Ameerikaa irratti dhaadate turte, haaluma kanaan halkaan har’aa buufata…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Traamp irratti himannaan yakkaa akka banamu ajajni dabre
Afa Yaa’iin Kongirasii Ameerikaa Naansii Peloosii ibsa Khamiisa har’aa kenniteen, Prezdaant Traamp mootummaan biyya biroo siyaasa Ameerikaa keessa akka seenu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mariin Nageenyaa Ameerikaa fi Xaalibaan Qaxar keessatti geggeessaa turan walii galtee malee xumurame
Ameerikaa fi Xaalibaan lola Afgaanistaan keessatti waggoota 18’f walirratti geggeessaa jiran goolabuuf, marii nageenyaa marsaa 8ffaa torbaan tokko dura Qaxr…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaa fi Kooriyaan kibbaa shaakala waraana waloo jalqaban
Ameerikaa fi Kooriyaan Kibbaa akeekkachiisa Kooriyaa kaabaa moggatti dhiisuun wixata har’aa shaakala waraana kan jalqaban yoo tahu, shaakalli waraanaa kun…
Guutuu Dubbisi »










