Walloo
- 
Odeeyfannoo Haaji Sa’idoo Muhammad gara Ganda Aakiraa godaananINNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Haaji Sa’idoo Muhammad dhalataa godina Wallooti. Markaza Hifzii Qur’aanaa fi Masjida iddoowwan gara garaatti… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Naannoo Amaaraa magaalaa Marsaatti hawaasni Muslimaa haala yeroo irratti marii gaggeeseMarii kana irratti haala nageenyaa naannichatti yeroo dhiyoo as muldhataa jiru, keessumattuu tarkaanfii gareewwan jibbaa Islaamaa leellisan iddoo gara garaatti… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Sagantaan Da’awaa guddaan Godina Walloo magaalaa Sanbatee keessatti geggeeffamaa jiraSagantaan kun mata duree “Tokkummaa fi Markaza Salahuddiin Al-ayyuubiitiif galii walitti qabuu”jedhuun, naannoo Amaaraa Godina Walloo magaalaa Sanbateetti guyyaa hardhaa… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Aanaa Daawwaa Caffaatti Makkalaakayaa fi ummata jiddutti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namaa darbeWalitti bu’iinsi kun godina Walloo aanaa Daawwaa Caffaa iddoo Waladee jedhamutti kan muudate yoo tahu, waraanni Makkalaakayaa ummata irratti dhukaasuun… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti namoonni 10 ajjeefamanHaleellaa Waraanni Makkalaakayaa Sabtii hardhaa naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti ummata hiriira bahe irratti raawwateen, namoonni 10 ajjeefamu… Guutuu Dubbisi »
- 
Odeeyfannoo Makkalaakayaan Magaalaa Qobbootti Nama Heddu Ajjeese.Naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa Magaalaa qobboo keessatti haleellaa waraanni Makkalaakayaa ummata irratti raawwateen, yoo xiqqaate namoonni torba kan ajjeefaman… Guutuu Dubbisi »
 






