WHO
-
Og-Barruu

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa shirooppota qufaa Afur irratti akeekkachiisa baase
Gaambiyaa keessatti daa’imman 66 shirooppii qufaa Indiyaa keessatti oomishaman dhuganii akka du’an gabaafame. Kanuma hordofuun Dhaabbanni fayyaa Addunyaa (WHO)n gosa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

WHO’n Weerara Covid-19 yeroo dhihotti too’achuun kan hin danda’amne tahuu beeksise
Daayirektarri WHO Dr.Tedroos Adhanom ibsa wixata hardhaa kenneen, Weerarri Covid-19 biyyoota kanaan dura to’achuu labsan keessatti haala hamaa taheen deebi’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaan Adeemsa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa of baasuu kan jalqabde tahuu beeksiste
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne, Dhaabbatichi Chaayinaaf looga sababa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Weerarri COVID-19 Afrikaatti Saffisaan babal’ataa jiraatuu beeksise
Damee Afrikaatti dareekterri dhaabbatichaa Dr. Maatshiidisoo Mo’eetii, gabaasa Waajira muummee WHO magaalaa Jenevaatti argamutti dhiheesse irratti, lakkoofsi namoota dhibee kanaan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Donald Tramp hariiroo Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin qabdu hunda addaan kutuu beeksise
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne jechuun qeeqaa ture. Prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qorannoo Dawaa Hydroxychloroquine irratti geggeessaa ture addaan kutuu beeksise
WHO’n kanaan dura Dawaan dhukkubaa Busaatiif oolu kan Hydroxychloroquine jedhamu, waldhaansa dhibee vaayirasii koroonaatiifis tahuu mala abdii jedhuun, guutuu addunyaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Donald Tramp deeggarsa maallaqaa Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) kennitu addaan kutuu beeksise
Prezdaant Traamp ibsa kenneen, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerara Vayirasii koroonaa ilaalchisee maqaa Chaayinaa eeguuf jecha yeroo dheeraaf odeeyfannoo sobaa kennaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Dhibee Eboolaa Koongoo Keessatti babal’achaa dhufe irratti mari’achuuf walgahii ariifachiisaa yaame
Dhibeen Eboolaa kan bara 2014-2016 biyyoota Lixa Afrikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafatee ture, ammaas Ripaablika Dimokraatawaa Koongoo keessatti babal’achaa…
Guutuu Dubbisi »







