Xiinxala
-
Og-Barruu
Kamtu Qeerransa?
Waggoota dabran 6f waa’ee bineensota garagaraa isiniif dhiheessaa turree jirra. Yeroo kanatti uumamaalee beeknuu fi hin beekne hedduun wal barree…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Dambalii Dukkana Bahara Qilee keessatti haguugamte
Addunyaa tanarra kitaabni meeqa akka jiru beeytuu? Namni waan kana tilmaamuu dandahu jiraa? Deebisaan nama hedduu Wallaahu A’lam jechuu tahuu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Kirkirri Lafaa gaaga’ama guddaa fidu kun akkamitti uumama?
Wantoota dachii irratti balaa guddaa uuman keessaa tokko kirkira lafaati. Hordoftoota NuuralHudaa keessaa maamilli keenya tokko, Kirkira lafaa jechuun maal…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Qur’aana kijibsiisuuf qorannoo godhanii macaafa salphisan
Islaamummaan Amantii guutuudha. Amantiilee addunyaarra jiran keessaa Amantiin waan hundaaf deebisaa quubsaa kennuu danda’u islaamummaa qofa. Sababa kanaaf warri lixaatis…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Midhaan nuti soorannu haala kamiin garaa keessatti daakkama?
Qaamni ilma namaa guutuun walitti hidhata qaba. Inni tokko isa kaanitti irkatee jiraata. Kanaaf ammoo qindoominni Rabbiin keenya isaan jidduu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Qileen Garba Kanaa Finfinnee irraa hanga mooyyalee caalaa dheerata: Tafakkur-Garba Hindii
Hedduun keenya Mana Barnootaa keessatti waahee garba guddaa Hindii barannee jirra. Garbi guddaan hindii kun maal akka fakkaatu tafakkurtanii beeytuu?…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Gaara kanarra guyyuu ni rooba. Tafakkur-Rooba
Roobni rahmata Rabbiin uumama dachii tanarra jiru cufaaf oole keessaa isa tokko. Rooba malee biqiltoonni hin biqilan. Rooba malee laggeen…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Qilleensi isa malee jiraachuun hin danda’amne kun eessarraa dhufa?
Yeroo namni heddu viidiyoo faaydaa hin qabne daawwataa jiru kanatti, ati ammoo warra waa dubbisuu jalaturraa taatee barruu tana dubbisuu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Sirna Qaama ilma namaa
Rabbiin (SW) haala uumama ilma namaa yeroo dubbatu, ilma nama haala gaarii irratti isa uumne jedhe. Dhugaadha Rabbiin guddaan haala…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Dhahannaa Onnee
Qaamni ilma namaa hundi dalagaa uumameef qaba. Akkasuma qaamni hundi eega sa’aa dheeraaf dalagee booda boqonnaa fudhata. Kanaaf Rabbiin halkan…
Guutuu dubbisi...