header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Saayinsiif Teknoolojii

Telefoona Foolii Fuunfatu.

Jawwaalli Kun KAT S61 jedhama. namoota Konistraakshiina ykn Ijaarsa adda addaa keessa hojjataniif qophaahe. Bakka hojiitti akka tasaa yoo keemikaalli adda addaa banamee qilleensatti makamutti jiraate, foolii kemikaalaa fuunfatee Sagalee dhageessisa.  kemikaalli qilleensa keessatti makame sun tarii waan balaa ibiddaa kaasuu danda’u tahuutu mala. telefoonni kun balaan akkanaa osoo hin uumamin dursee waan nama beeksisuuf, namoota hojii ijaarsaa hojjataniif furmaata gaarii taha jedhamee tilmaamama.

[audiomack src=”https://audiomack.com/embed4-large/nuuralhudaa-1/rnh-313-march-10-2018-soora-qalbii”]

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button