header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Turkiyaan meeshaa gargaarsaa Xiyyaara lamaan gara Indoneezhiyaa ergite

Humni Waraana Turkiyaa, meeshaalee gargaarsaa Dhaabbatni Baatii Diimaa Turkiyaa lammiilee Indoneezhiyaa balaa kirkira lafaatiin miidhamaniif kenne, Sabtii har’aa Xiyyaara lamaan gara Iddoola Sulawesi kan erge tahuu  beeksise.

Balaa kirkira lafaa September 28/2018 Indoneezhiyaa Iddoola Sulawesi keessatti muudateen, akkasumas balaa kana hordofuun dambalii galaana irraa ka’een  lakkoofsi namoota du’anii 1,649 kan dhaqqabe tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button