Turkiyaan Misaa’ela Kruuz ogeeyyota biyya isiitiin hojjatte kana “Atmaka” jechuun kan moggaaste yoo tahu, har’a galaana irratti yaaliin raawwatte guututti kan milkaahe tahuu beeksiste. Misaa’elli kun haleellaa humni diinaa Markabaan raawwatu fageenya Kilomeetra 200 irratti fashaleessuu kan danda’u tahuu ibsame. Dabalataanis ilaamaa barbaahisu rukutuuf teeknolojii hammayyaa kan qabu tahuunis beekmee jira.
Turkiyaan kanaan duras Helikoptara waraanaa, Taankii, Markabootaa fi Makiinota waraanaa biyya keessatti kan hojjatte yoo tahu, Misaa’ela teeknolojii hammayyaa qabu kana hojjachuun isiii ammoo industriin ittisa biyyattii saffisaan guddataa kan dhufe tahuu akka mul’isu odeeyfannoon ni addeessa.
Dooniin dhaabbata boba’aa Israa’el tun, gara daangaa Cyprus seenuun galaana Meditraaniyaan keessatti hojii qorannoo barbaacha boba’aa irra kan turte yoo…
Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir April dabre aangoo irraa eega fonqolchamee booda, malaamaltummaa fi seeraan ala maallaqa biyyoota biroo dhuunfachuun himatame…
Filannoo miseensota paarlaamaa ariifachiisaa kaleessa gaggeeffame kanaan, paartiin muummicha ministeeraa Boris Johnson kan biyyattii bulchaa jiru, teessoowwan 360 argachuun sagalee…
Lammileen Itoophiyaa biyya Suudaan magaalaa Kaartuum jiraatan sababa waraqaa jireenyaatiin walqabatee waraana biyyattiin qabamanii manneen hidhaatti kan darbatamaa jiran tahuu…
Haleellaa buufata loltootaa lixa Niijeer irratti raawwatameen loltoonni mootummaa 71 ajjeeffamuu, 12 immoo madaa'uu fi akkasumas loltoota hedduu achi buuteen…
Ummatni Briteen bara 2016 Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf rifarandamiin eega murteessee booda, mootummaan biyyattii adeemsa gamticha keessaa bahuu irratti walii…