header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ulamaa’onni fi du’aatonni biyya Keennaa gurguddoon gara biyyaa deebi’an

Ulamaa’ota gurguddoo biyya keennaa jidduu Sheik Idriis Dagaan fi Sheik Muhammad zeyn Zaharaddiin Sa’udii irraa halkan edaa gara biyyaatti kan deebi’an yoo tahu, ganama Subhii buufata Xiyyaara Boolee yeroo gahanitti hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu tahe simannaa hoo’aa godheefii jira.

Haaluma walfakkaatuun Aalimni beekkamaan Shiek Alii Jimmaa waggoota dheeraadhaaf biyya Keeniyaa kan jiraataa turan, gara biyyaatti deebi’uuf qophii irra kan jiran tahuun beekameera. Guyyaa kaleessaa ammoo Gaazexeessaan beekamaan Is’haaq Isheetuu biyya Turkiyaa irraa gara Ityoophiyaattii deebiee jira.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button