Ummanni Kumaatamaan lakkaa’amu Simannaa ABO irratti argame

Guyyaa har’aa Jila ABO biyyatti deebi’aa jiru Simatuuf ummanni kumaatamaan lakkaa’amu kutaa biyyatti adda addaa irraa dhufuun magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti argamee jira.

Sirni simanna kunis hala ho’aa taheen geggeeffamaa jira.

Simannaa ABBO 33

Comments
Loading...