#UPDATE: Haleellaa Magaalaa Naayiroobiitti raawwatame gareen hidhataa Somaaliyaa itti gaafatamummaa fudhate

Haleellaa Boombii Magaalaa Naayiroobii kutaa Westland iddoo river side jedhamutti raawwatame, gareen hidhata Somaaliyaa itti gaafatamummaa kan fudhate yoo tahu, dubbii himaan garee kana ammallee magaalatti iddoo gara garaatti haleellaa raawwatuuf qophii irra jiraatuu Aljaziiraaf ibse.

 

 

 

Comments
Loading...