header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ustaaz Abdurrahmaan Huseeniif (Xaalibu Ridallaah) Sagantaan Simannaa Ho’aa tahe Magaalaa Shaashamanneetti godhame

Guyyaa hardhaa July 1/2018 Amiira walii galaa Garee Sumayyootaaf Bilaalotaa garee Sumayyootaa fi Bilaalotaa akkasumas hoogganaa Miidiyaa Nuuralhudaa kan tahan Ustaaza keenya jaalatamaa fi Kabajamaa Ustaaz Abdulrahman Huseen (Xaaliuu Ridallaah), hawaasni muslimaa magaalaa Shaashamannee simannaa ho’aa godheefii jira. Sagantaa Simannaa kana irratti Ulamaa’onni, manguddoonni fi hawaasni muslimaa magaalaa Shaashamannee kan argame tahuun beekameera.

Ulamaa’ota Sagantaa Simannaa kana irratti argaman jidduu
Sheikh Khadiir Kennaa ““ Qarsaa irraa
Sheek Jamaal Sa’iid – Hadaabbaa irraa
Sheikh Adam Hasan – Shaashamannee irraa
Sheikh Muhammadnuur – Shaashamannee irraa
Sheikh Ibraahim ““ Qarsaa
Sheikh Jamaal – Qarsaa
Sheikh Muhammad Saadiq – Qarsaa
Munshid Sheikh Muhammad H/Khadiir – Asaasaa
Daa’ii beekamaa Abdallaah Idriis – Adaamaa irraa
Dabalataanis hayyootaa fi daa’ileen hedduu sagantaa simannaa kanarrati hirmaataniiru.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button