header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Waajjiraaleen Federaala Ameerikaa Cufaman

Kongirasiin Ameerikaa waldhabbii dhima godaantotaa irratti uumameen bajataa gadi lakkisuuf waliigaluu waan dhabaniif waajjiraaleen  mootummaa Federaala Ameerikaa cufaman

KrogerFeedback Gift Card Offerss you free cards

Cufamiinsa waajjiraalee mootummaa kana hordofuun hojjattoonni mootummaa Federaalaa 700,000 ol tahan hujii dhaabaniiru. waajjiraalee dhimma nageenyaa irratti hojjatanii fi waajjira ittisa Ameerikaatiin alatti halkan edaa irraa jalqabee waajjiraaleen hundi  kan cufaman tahuu CNN gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button