header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Aksiyoona Baankii Hijraa Gamoo Abbaa Darbii 9 bite Eebbisise

Baankiiwwaan dhalarraa bilisaa biyyatti keessatti hundeeffamuun hojiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu tokko kan ta’e, Waldaan Aksiyoona Baankii Hijiraa, gamoo darbii Abbaa 9 kan waajjira muummicha Baankii Hijraa fi daamee guddicha Baankichaatiif magaalaa Finfinnee naannawa Boolee Danbalitti bite guyyaa har’aa Eebbisiise.

 Eebba waajjira muummicha Baankiichaa har’a geggeeffame kanarratti, ulamoonni, Qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni argamuun gabaafame.

Baankiin Hijraa baankiiwwaan dhala irraa walaabaa biyyattii keessatti hundeeffamuun hojjiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu yoo ta’u, ji’a muraasa dura  eeyyama gutummaan guutuutti hojii jalqabuuf isa barbaachisu Baankii Biyyoolessa Itoophiyaa irraa argachuun ni yaadatama.

11 Comments

  1. mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa rabiin isiinirra haa jaltuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🧡❤❤❤🧡🧡💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  2. Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah 💪💪💪💪💪💪💪✊✊✊✊✊✊✊✊✊✊😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💚💚💚💚💚💚💚👍

  3. مشاء الله تبارك الله مشاء الله تبارك الله

  4. ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله مبروك

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button