Categories: Odeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Aksiyoona Baankii Hijraa Gamoo Abbaa Darbii 9 bite Eebbisise

Baankiiwwaan dhalarraa bilisaa biyyatti keessatti hundeeffamuun hojiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu tokko kan ta’e, Waldaan Aksiyoona Baankii Hijiraa, gamoo darbii Abbaa 9 kan waajjira muummicha Baankii Hijraa fi daamee guddicha Baankichaatiif magaalaa Finfinnee naannawa Boolee Danbalitti bite guyyaa har’aa Eebbisiise.

 Eebba waajjira muummicha Baankiichaa har’a geggeeffame kanarratti, ulamoonni, Qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni argamuun gabaafame.

Baankiin Hijraa baankiiwwaan dhala irraa walaabaa biyyattii keessatti hundeeffamuun hojjiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu yoo ta’u, ji’a muraasa dura  eeyyama gutummaan guutuutti hojii jalqabuuf isa barbaachisu Baankii Biyyoolessa Itoophiyaa irraa argachuun ni yaadatama.

Leave a Comment

View Comments

  • Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah 💪💪💪💪💪💪💪✊✊✊✊✊✊✊✊✊✊😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💚💚💚💚💚💚💚👍

  • Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah tabarakala

  • mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa rabiin isiinirra haa jaltuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🧡❤❤❤🧡🧡💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

Recent Posts

  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Lammiileen Itoophiyaa Sa’uudi keessa jiraatan qaama nageenyaan adamsamanii qabamaa akka jiran himan

Lammileen Itoophiyaa kuniin qaamoolee nageenya mootummaa Sa’uudiin kan Doorsifamaa jiran tahuu himu, dorsiisni kun immoo…

1 day ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Markazni Fath kan magaalaa Gimbii Marsaa 5ffaaf Barattoota 40 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisise

Godina Wallaggaa lixaa magaalaa Gimbiitti kan argamu markazni Hifzii Qur’aanaa Fathi barattoota  waggoota lamaaf barsiisaa…

1 day ago
  • Akhlaaqa

Al-Yaminul Ghamuus (Kakuu Kijibaa)

Kakuu kijibaa jechuun haqa nama biraa fudhachuuf wanta darbee irratti osoo beekanu kakachuudha. Zuur, Faajirah…

2 days ago
  • Odeeyfannoo

Bidiruun baqattoota fe’atte galaana diimaa keessatti dhidhimuun namoonni hedduun du’an

Lammiileen Afriikaa bahaa irra hedduun isaanii ityoophiyaa irraa tahan, osoo gara Yaman imalaa jiran qarqara…

3 days ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Godina Haadiyaa Magaalaa Bonooshaatti Sagantaan Muhaadaraa  guddaan geggeeffame

Naannoo Sabaa fi sab-lammoota Ummattoota Kibbaa godina Haadiyaa aanaa Shaashoogoo magaalaa Bonooshaatti sagantaan Da’awaa guddaan…

5 days ago
  • Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen biyya biroo hajjii bara kanaa irratti kan hin hirmaanne tahuu labsite

Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, Sirna hajjii bara 1442 lammiilee Sa'uudii fi namoota biyyattii…

6 days ago