header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii Barattoota 274 kan Tafsiira Qur’aanaa fi Afaan Arabaan leenjii keennafi ture Eebbisise

Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii barattoota Tafsiira (hiikaa) Qur’aanaa barsiisaa ture marsaa lammaffaaf, akkasumas barattoota Afaan Arabaa barsiisaa ture marsaa tokkoffaaf guyyaa kaleessaa June 20,2013 magaalaa Finfinneetti iddoo ulamoonni, keessummoonni fi maatiiwwaan barattootaa argamaniitti eebbisise.

Waldichi  walumaagalatti barattoota 274 Tafsiira Qur’aanaatiin ji’oota 5’f marsaa lammaffaaf, Akkasumas barattoota Afaan Arabaa ji’oota 3’f leenjise marsaa jalqabaatiif eebbisisuu odeeynnoon ni addeessa.

14 Comments

  1. As wr wb akaamii nagaaha mashaa Allahaa jabaadha Rabin isiniin irraa haa jallatuu ustazotaa kenyaa du’aayii naafii godhaa rabbumaa jedhattii

  2. masha allah allahu akbaar rabbin itii isanii hadabaluu nulee rabbin ilmii dhuma in qabnee nuhaa kenuu
    ❤❤❤

  3. mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa mashaalahaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button