header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-Barruu

Walhaayadachiisnuu!

Walhaayadachiisnuu; Walyaadachiisuun Mu’uminoota ni fayyaddi!

Mu’umina jechuun kan yeroo hunda Rabbi sodaatu, kan of hin irraafanne kan oggaa maqaan rabbi biratti dhawame Iimaanaa fi sodaan rabbi isaaniif Iida’amtu.

قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ ÙŠÙŽØُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ Ûš ذَٰلِكَ أَزْكَىٰ لَهُمْ Û— إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ [٢٤:٣٠

“Himiiif dhiirawwan mu’umintootaatiif akka ija isaanii gadi qabatan; akkasumaas akka qaama saalaa isaanii eeggatan; akkastu isaanii irra caala; Rabbiin waan isaan dalagan hunda quba qabaataafi keysa beekaadha”(Suuraa Nuur Aayata 30)

إِنَّمَا الْمُؤْمِنُونَ الَّذِينَ إِذَا ذُكِرَ اللَّهُ وَجِلَتْ قُلُوبُهُمْ وَإِذَا تُلِيَتْ عَلَيْهِمْ آيَاتُهُ زَادَتْهُمْ إِيمَانًا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ [٨:٢]

“Mu’umintoonni dhugaa kanneen oggaa maqaan Rabbiin isaan biratti dubbatame coraan isaanii sur je’u (qalbiin Rabbi sodaachuu irraa kan ka’e). Kanneen oggaa aayatoonni keenya irratti qara’ame Iimaanni isaanii ida’u, Rabbirattis irkataniidha”(Suuraa Anfaal)

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button