header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waraanni Liyyuu Poolisii aanaa Mi’eessootti lubbuu nama lamaa galaafate

Haleellaan kun kan raawwatame Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo araddaa Waltaaneetti yoo tahu, namni lama ajjeefamuu fi namni tokko immoo madaa’uu odeeyfannoon arganne ni addeessa.
Namoonni ajjeefaman Yuunus Muhammad Aadam fi Rabii Shariifoo kan jedhaman yoo tahu, namni Ibsaa Abrahiim jedhamu immoo kan madaawe tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button