Weellistuun Beekamtuun Sinead O’Connor gara amantaa Islaamaa deebi’u beeksiste

Sinead O’Connor weellistuu beekamtuu lammii Ireland yoo taatu, amantaa Kaatolikii duraan hordofaa turte dhiisuun, gara amantaa dhaloota isii Islaamummaa akka deebitee fi maqaa isiitis Shuhada Davitt jechuun kan moggaafameef tahuu fula Twittarii isii irratti ibsite.

Sinead fuuula Twittar isii irratti;

“Muslimoota Addunyaa gara Amantaa Islaamaatti deebi’uu kiyyaaf gammachuu keessan naaf ibsataa jirtan heddu isin galatoomfadha” jette.

O'connar1

 

 

 

Comments
Loading...