header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Wirtuu Barnoota Diinii Islaamaa magaalaa Aliitti ijaaruuf sagantaan Tumsaa qophaayaa jira

Godina Baalee aanaa Agaarfaa magaalaa Aliitti Wiirtuu Barnoota diinii Islaamaa Daarul Hijraa ijaaruuf karoorri kan qabame yoo tahu , Waxabajjii 30/2011 Sagantaan Tumsaa fi dhagaa bu’uura kaahuu, Iddoo ulaamoonni gurguddoon biyya keenyaa fi du’aatonni bebeekkamoon argamanitti kan geggeeffamu tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Keeysummoota Sagantaa guddaa fi Seena qabeessa kana irratti ni argamu jedhaman jidduu:
Muftii Haaj Umar Idriis
Dr Jeylaan Haaj Khadiir
Sheikh Abdullaxiif Hasan
Dr. Kamaal Galatuu
Sheikh Mahmuud Huseen
Sheikh Abdurrahmaan Haaj Huseen
Dr.Jeylaan Galataa
Sheikh Hajjii Ibraahim
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Ustaaz Kaamil Shamsuu
Ustaaz Muhammad Faraj
Suufiyaan Haaj Usmaan
Abdulaziiz Haaj Ibraahim
Ustaaz Abubakar Ahmad
Muhammad Awwal Rajaa
Sheikh Muhammad Haamiddiin
Ustaaz Qamar Huseen
Ustaaz Mas’uud Nuuraa fi
Ustaaz Abdallaah Idriis ni argamu jedhamee eeggama.

IMG_20190628_230226_312

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button