header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaOdeeyfannoo

Wirtuun Masjida Cambridge kan Briteenitti ijaarame eebbifame

Sagantaa Eebba kan irratti Prezdaantii Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan dabalatee, namoonni bebbeekamoon birootis argamu odeeyfannoon ni addeessa.

Masjida kana ijaaruuf Euro 23,000,000 ( birrii 802,032,803.58) itti bahe , Baasiin ijaarsa masjida kanaa mootummoota biyyoota gara garaa fi dhaabbilee dhunfaa gara garaa irraa kan argame yoo ta’u, harki guddaan kan mootummaa Turkiyaa irraa argame tahuu odeeyfannoon Website wiirtuu masjiidichaa irraa argane ni mul’isa.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button