Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa tokko kufuu gabaafame

Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa Finfinnee irraa gara Naayiroobii imalaa ture kufuun namoonni heddu kan du’an tahuu gabaafame. Xiyyaarri kun Godina Shawaa bahaa keessatti kan kufe yoo tahu, hojjattoota xiyyaarichaa dabalatee imaltoota 148 fe’atee kan ture tahuun beekameera. Namoonni lubbuun hafan jiraachuu hanga ammaatti hin beekamne.

 

Comments
Loading...