header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Yaadannoo qabsaa’aa Jaarraa Abbaa Gadaatiif magaalaa Baddaannootti madarasaa ijaaruuf sagantaan galii walitti qabuu geggeeffame

Godina Harargee Bahaa magaalaa Baddannootti guyyaa hardhaa Yaadannoo Jaarraa Abbaa Gadaatiif, madrasaa fi mana barumsa Sadarkaa 1ffaa hanga qophaa’inaa barsiisu ijaaruuf sagantaan galii walitti qabuu kan geggeeffamaa oole yoo tahu, hawaasni Muslimaa akkasumas keeysummoonni iddoo gara garaa irraa afeeraman saganticha irratti argamuun deggarsa kan godhan ta’uu beekameera.

Sagantaa kana irratti jilli da’waa fi iyyaafannoo Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu, akkasumas Ulamaa’onni naannawa sanii argamuun ummata sagantaa kana irratti argameef dhaamsa dabarsanii jiru.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button