OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Yunivarsiitiin Dirree Dhawaa barataan tokko eega ajjeefamee booda barnoota addaan kutuu beeksise

Guyyaa hardhaa barataan Oromoo tokko gamoo irraa darbamee eega ajjeefamee booda, bulchiinsi Yunivarsitichaa ibsa galgala kana baaseen barnoota addaan kutuu beeksise. Haaluma kanaan barattoonni galgala kana irraa jalqabee moora Yunivarsitichaa gadi lakkisanii kan bahaa jiran tahuun beekamee jira.

Kanuma hordofuun, yeroo ammmaa kana barattoonni hedduun iddoo qubatan dhabuun daandii irratti kan rakkataa jiran yoo tahu, gareen magaalaa Dirree Dhawaa keessatti gurmaahe kan Saatanaaawu jedhamu rakkoo nurraan gaha soda jedhu kan qaban tahuu ibsa jiran. Dabalataanis hawaasni magaalatti karaa danda’ameen akka isaanii birmatu iyyaatanii jiran.

Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close