
Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?
Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota bilbila kana fayyadamuun beekaman Keessaa tokko biyyi teenya Ityoophiyaan tan duraati.
Biyyoonni gurguddoon addunyaa kanneen akka Ameerikaa, Kanaadaa, Awustiraaliyaa, Biriteen fi biyyoonni hedduun Kaampaanii kana yakkaan himatuun, biyya isaanii keessaatti akka hin hojjanne ugguraa jiru.
HUAWEI’n Yakka maaliin himatame?
Ameerikaa dabalatee biyyonni hedduun, Kaampaaniin kun odeeyfannoo biyyoota gara garaa mootummaa Chaayinaatiif dabarsee kenna jedhan.
Kaampaanichi immoo Yakka irratti dhiyaate kana ni haala.
Facebook fi Google maaliif hin hojjanne?
Kampaanoonni teknolojii gurguddoon kunniin Ameerikaa keessaatti argamu. Sabaaba kanaaf Feesbuuk June 7/2019 irraa jalqabee telefoonota Kaampaaniin HUAWEI oomishu kan ammaan booda bahan irratti kan hin hojjanne tahuu beeksiise. Haaluma wal fakkaatuun Appilikeeshiinonni Kaampaanii Feesbuuk kanneen akka WhatsApp fi Instgram HUWAEI irratti hin dalagan. Google immoo ji’a dabre keessa walitti hidhata Kaampaanii HUAWEI waliin qabu kan addaan kute tahuu ibse. Haaluma kanaan tajaajiloonni Google kanneen akka youtube, gmail, google play store, google drive, google Map fi kanneen biroo heddu telefoona HUWAEI irratti hin hojjatan jechuudha.
As wr wb akami nagha jiratani qophesitota Nur Alhuda jajabadha iti fufaa
mashalaa Allah
AS WR WB akkam naga jirtuu jabaadhaa jajjabaadhaa qophiileen keessan baay’ee nu gammachiiseera akkanumatti itti fufaa Rabbiin isiniif haa laaffisuu
AS WR WB akkam naga jirtuu jabaadhaa jajjabaadhaa qophiileen keessan baay’ee nu gammachiiseera akkanumatti itti fufaa Rabbiin isiniif haa laaffisuu.
as wr wb akkam jirtuu qophessitoota tv nuralhudaa wonti isiin hojjataa jirtsn baayee nama bonsaa jabaadha akkanumattii itti fufaa.wanti ittii dabaluu qabdan jedhee yaadu
1 barnoota qur’aana tajwiidaan
2qophii ijoollee
3qophii dargaggotafii dubartoota
Satellite irratti dafaa nuuf dacha’aa
yoo fayyadame Rakkoo maalii qaba?
Mashaalla rabbiin khiyya siin irraa haa haa jaallatu qophesitoota saganta hundafii ustazota keenya
Mashaalla rabbiin khiyya siin irraa haa haa jaallatu qophesitoota saganta hundafii ustazota keenya.jezakallaahu wokhayiran.
waw gaari ittinuuf jabadhaa.
Jazakallahkeyran warra Nuralhuda odeffanoo waayitawaa fi amanamaa nuu qoduu keesanif
Gafiin qabaa
As wr wb malifi
As wr wb akkam nagayyaa qabdanii qopheessitoonnii fi hordooftonni TV fi radio Nuralhudaa baga rabbin Baatii Ramadaanaatin isin gahe 🙏
As wr wb jajabadha nura qalbii isilama
As wr wb akkam jirta qopheessitoota nur Alhuud akkasumas hordoftoota maashaa Allah rabbiin sin iraa jaalatu
AS WR WB
MashaAllha tabarkalla
masha allah kessatu wa,ee siiri kan biyya kuet ykn arabiffarra gara afaan kennatti hiiktani nuuf dhiheessitan sun baay’ee namatti tola shekdawud ammas nuuf jabaadha youtube irrattis nuuf fe’a yeroo bay’ee wanti tiivin dabarsitan app kessan irrativsearch yoo goone nuuf hin bu’u saganta keessan radiyoo fi fm nis nuuf dabala akka badiyya hunda kessatti ummata bira gahuuf !!!
Asalahumalekum woramatulahii wobarakatu dhiifaama woliin garii tokkon qaba anii