Og-Barruu
Literature: This category contains an amazing collection of Islamic literature. In addition, it contains scientific articles in the simple form; About creatures, animals, and unbelievable truths. Species of animals, Prey, Group Behavior, Population size, life span and etc. You can easily find useful things to know about animals. On the other hand, if you want to know about history, you will find it in abundance. History of Islam, history of continents, history of states, and history of famous personalities are widely written under this category.
Another is the speech of Muslim orators. We have included the excellent lessons taught by famous Muslim teachers in written form. Heart-wrenching narratives are also available.
Qoodni kun kan Og-Barruu Islaamaati. Gaazexeessitoonni Islaamaa Ogummaa barreeffamaa qabanitti fayyadamuudhaan, gama kanaan hawaasa isaanii tajaajilu. barruulee gaggaarii barumsa guddaa qaban heddu as keessaa argattu. Waa’ee bineensotaa irraa maal beekuu barbaaddu? gosa bineensotaa, Qubusuma isaanii, waan isaan sooratan, diina isaanii, akkaataa hormaataafi umriin isaanii haala nama hundaaf galuun qindaayee isin eegutti jira. og-barruun website Nuuralhudaa keessaa waan dubbifamee quufamuu miti. tokko yoo dubbistanii xumurtan ka birootu itti aanee isiniif dhufa.