NuuralHudaan Miidiyaa Ummataati. Yaadaafi Komii ummatarraa dhufu hundaa keeysummeeysuudhaaf qophiidha. waan isniif mul’ate nurraa hin qusatinaa. dogongoraafi rakkinoota dalagaa keenya keeysatti argitan bira hin dabrinaa.

Gama birootiin Odeeyfannoo naannawa keeysaniitis nuuf dabarsaa. wayta odeeyfannoo nuuf ergitan, Ragaa footoo fii viidiyoo wajji osoo nuuf ergitanii hedduu gaariidha.

Sagantaalee keenyarratti gaafii addaa yoo qabaattan. dhaamsa addaa yoo nuuf qabaattan, waan sammuu keessan keeysa deemu kan nu gaafachuu barbaaddan hunda nuuf katabaa.

SEND US A MESSAGE





Teessoo Keenya

Baga Nagayaan gama Nuuralhudaa dhufte.
Yaada, Komii, Qeeqaa fii dhaamsa addaa yoo nuuf erguu barbaadde;

Whatsapp: +1 816 739 8986
Telegram: +1 816 739 8986
Email: radionuuralhudaa@gmamail.com
facebook Messenger: Messenger

Karaa siif mijjaaheen nuuf katabi. in shaa ALLAAH hanga humna keenyaatiin deebisaa ni kennina.