header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
RNH

RNH 341, May 24, 2018, Fataawaa 94

Sagantaa Raadiyoo NuuralHudaa 341ffaa

Sagantaa Raadiyoo NuuralHudaa 341ffaa Dhaggeeyfadhaa.
Qophiilee Gaggaarii Hayyoota Islaamaatiin Isinii dhihaattu tanarraa qooda fudhadhaa. Qophiileen Sagantaa tana keeysatti isinii dhiheeysinu.

  • Gabaasa Odeeyfannoo guutuu Addunyaa
  • Qophii Qaroomina Islaamaa Dachii Habashaa Keessatti, Tan Dr. Abdallaah Khadiiriin dhihaattu.
  • Fataawaa NuuralHudaa, Gaafilee dhaggeeyfattoonni keenya Soomana irratti gaafataniif deebisaa Sheekha Keenya Kabajamaafi Jaalatamaa Sheikh Alii Jimmaa
  • Qophii Seenaa Dubartoota Anbiyaa’otaa: Seenaa Jaartii Nabi Nuuh, tan Ustaaz Abu Mus’aabiin Nuuf Dhihaattu.

 

Gabaasa Odeeyfannoo

Qophii: Abbaas Ibnal Islaam

  • Mootummaan Naannoo Oromiyaa hidhamtoota 7611 hidhaarraa hiikuuf Murteessuu;
  • Hoggantoonni Adda Dimokraatawaa Oromoo Muummicha Ministeeraa Waliin Mariatuu;
  • Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee Ammas Hammaatee itti fufuu;
  • Walitti Bu’iinsi Kooriyaa Kaabaafi Ameerikaa jidduutti uumame hammaataa dhufuu…
    Odeeyfannoo Guutuu Dhageeyfadhaa.

 

Qaroomina Islaamaa Dachii Habashaa Keessatti

Qophii: Dr Abdallaah Khadiir.

  • Akkaataa Hijraan itti eegalame;
  • Sahaabota Gurguddoo Hijraadhaan gara dachii Habashaa dhufan;
  • Akkaataa Amr Ibnul Aasiifi Khaalid Ibnu Waliid itti Islaamayaniifi Seenaawwan biroo bal’inaan Dr Abdallaah irraa dhageeyfadhaa.

 

 

Fataawaa Nuuralhudaa

Sagantaa: Sheikh Alii Jimmaa

Gaafilee Sagantaa kana keeysatti deebisaa Argatanirraa Muraasni;

  1. Qadaa Soomanaa Akkamitti baasa?
  2. Yoo namaan wal dhaban Soomanni namarraa hin qeebalamu jechuu dhagahe, wanti kun akkami?
  3. Hirriba keeysa yoo sheeyxaanni namatti taphatee bishaan namarraa bahe, Soomanni ni badaa?
  4. Yoo ilkaan nama dhukkubee kiniina irra kaayatan, yoo gama garaa hin dabarsin soomanni ni badaa?
  5. Osoo Iraaba Nyaatan yoo namatti Azaanan akkam godhan?

Sagantaa Guutuu dhageeyfadhaa

 

Seenaa Dubartoota Anbiyaa’itaa

Qophii: Ustaaz Abu Mus’aab.

 

Seenaa Jaartii Nabi Nuuh (AS)

  • Akkaataa Nabi Nuuh ummata isaa itti gorsaa ture,
  • deebisaa ummata isaa irraa kennameef,
  • haalaa amala Jaartii isaa

Qophii guutuu dhageeyfadhaa.

 

Sagantaa kana Qulqullina gaariin dhageeyfadhaa

Download  Youtube   Liink Xiqqaa Mobile Biyyaatiif Sagalee Qulqullina Qabu HD Download

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button